• #109 Talking about ageing parents (Med) - #109 Waa'ee maatii Dulloomaa jiran irraa dubbachuu(Giddu gala afaanii)
    May 13 2026
    Learn English useful for talking about ageing parents and family responsibilities. Practise everyday phrases for describing challenges, offering help, and discussing how to support parents. - Waa'ee maatii dulloomaa jiranii fi dirqama maatummaa waliin dubbachuun jechoota haaraa isin fayyaduu malan barattu. Guyya guyyaatti jechoota ibsuuf nama rakkisan tokko tokko shaakaluu, kanneen akka gargaarsa gochuu, akkamitti akka gargaartan irraa dubbachuu kun kun hundi jechoota itti fayyadamtan irra deddeebitanii yoo shaakaltan afaan ni fooyyeffattu.
    Show More Show Less
    11 mins
  • Tips to reduce petrol costs | Fuel in Focus - Gorsa baasii boba'aa hir'isuu| Xiyyeffatnoo Boba'aa- Australia Explained
    May 12 2026
    Rising fuel prices are putting pressure on household budgets across Australia, and for many people, it’s changing the way they travel. So what can you do to reduce your fuel costs without giving up your daily routine? Here are some simple, practical ways to save money on petrol. - Gatiin boba’aa dabaluu isaatiin baajata maatii guutuu Australia irratti dhiibbaa uumuun, namoota baay’eedhaaf, akkaataa imala isaanii jijjiiraa jira. Kanaafuu, hojii guyyaa guyyaa keessan osoo hin dhiisin baasii boba’aa keessan hir’isuuf maal gochuu dandeessu? Karaaleen salphaa fi qabatamaa ta’an boba’aa irratti maallaqa qusachuuf gargaaran tokko tokko kunoo ti.
    Show More Show Less
    6 mins
  • Bonus Practice: #108 Talking about the cost of living - Shaakala Dabalaa : #108 Jireenya mi'aa irraa dubbachuu
    Apr 29 2026
    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #108 Talking about the cost of living - Shaakala Dabalaa #108 Jireenya mi'aa irraa dubbachuun jechoota shaakaluu dandeessu.
    Show More Show Less
    10 mins
  • Australia’s unique wildlife: what makes it special and what’s at risk - Bineensota Bosonaa Austrlia: Maaltu adda godha balaan mudatuu malus maal
    Apr 29 2026
    Australia is one of the most biodiverse places on Earth, home to wildlife and plant species found nowhere else on the planet. In this episode of Australia Explained you’ll learn about what makes Australia’s biodiversity so special, the threats it faces and how we can all help protect it. - Austraaliyaan iddoowwan lubbu qabeeyyii lafa kana irra jiran qabdu keessaa tokko yeroo taatu, bineensota bosonaa fi gosoota biqiltootaa lafa kana irratti bakka biraatti hin argamne of keessaa qabdi. Qophii Australia Ibsu jedhu har’aa keessatti waa’ee maaltu lubbu qabeeyyii Australia akkas adda godha kan jedhuu fi balaa isaan mudatuu malu irraa akkamitti hundi keenya tiksuu akka dandeenyu barattu.
    Show More Show Less
    13 mins
  • #108 Talking about the cost of living - #108 Jireenyi mi'aa tahuu irraa dubbachuu
    Apr 22 2026
    Learn English useful for talking about money, expenses, and financial pressure. Practise everyday phrases for describing rising costs, managing a budget, and explaining financial challenges. - Waa'ee qarshii, mi'aa jireenyaa fi dhiibbaa dinagdee jiru dubbachuun afaan Inglishii barbaachisoo tahan barattu. jechoota kanneen akka gatiin ol ka'uu, to'annaa maallaqaa fi maallaqa ilaalchisee dhiibbaalee adda addaa jiran irra deddeebitanii shaakaluun guyyaa guyyaatti waa barattu.
    Show More Show Less
    10 mins
  • Thinking of a career change? Here are some tips and options to consider - Hojii jijjiirrachuu yaaddee beektaa? Australia keessa filatnowwan jiran-Australia Explained
    Apr 22 2026
    Looking to step into a new career? You're not the only one, the stats suggest. No matter your age, background or whether English is your first language, a career change at some point is almost inevitable nowadays. In Australia, support is available to help you through the process. - Hojii haaraa tti seenuu barbaadduu? Yoo akkas tahe qophaa keessan miti; akka qorannoon mul'isutti. Umuriin kee, seenaan kee ykn Afaan Inglishii afaan kee isa jalqabaa ta’us, jijjiiramni hojii yeroo tokkotti yeroo ammaa kana waan hin oolle jechuun ni danda’ama. Australiakeessatti adeemsa kana keessa si gargaaruuf deeggarsi ni jira.
    Show More Show Less
    11 mins
  • Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature (Med) - Dabala: #107 Bineensota Bosonaa Kununsuu | Waa''ee Bineensota fi uumamaa dubbachuu (Giddu gala afaanii)
    Apr 15 2026
    Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature. - Shaakala dabalaa kana irraa marii dhaggeeffachuun afaan irraa barattu. Dabala shaakalaa #107 dura dabarsinetti kan fufu Bineensota Bosonaa kununsuu akkasumas waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu kan jedhu yoo caqastan caalaatti afaan fooyyeffattu.
    Show More Show Less
    4 mins
  • How to buy Indigenous art and craft ethically in Australia - Akkaataa aartii fi hojii harkaa Abbootii Dachee Australia keessatti naamusaan bitannu- Australia Explained
    Apr 15 2026
    Buying Aboriginal and Torres Strait Islander art can be meaningful, but how do you know if it's real and ethical? Fake art is still a problem in Australia, and protections are still developing. This guide helps you understand what to look for, what questions to ask, and where to buy safely. By choosing carefully, you can support First Nations artists and their communities. - Aartii Aboriginal fi Torres Strait Islander bitachuun hiika of danda'e qabaataa, garuu dhugaa fi naamusa qabeessa tahuu akkamitti beekta? Aartiin fakkeeffamee hojjetamu amma illee Australia keessatti rakkina tahee jira, akkasumas tiki barbaachisu amma illee irratti hojjetamaa jira. Qajeelfamni kun maal akka barbaaddu, gaaffii akkam akka gaafattuu fi eessaa akka nagahoomaan bitattu hubachuuf si gargaara. Of eeggannoodhaan filachuudhaan, artistoota Saboota Duraa fi hawaasa isaanii tumsuun ni danda’ama.
    Show More Show Less
    8 mins